Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa

Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa

Ijji Aakaan wanta kan isaa hin taane akka fudhatu isa kakaaseera (Iya 7:1, 20, 21; w10 4/15 20 key. 5)

Gochi Aakaan maatii isaa irras taʼe guutummaa saba Israaʼel irratti miidhaa geessiseera (Iya 7:4, 5, 24-26; w97-AM 8/15 28 key. 2)

Of toʼachuu qabna (1Yo 2:15-17; w10 4/15 21 key. 8)

Wantoota gatii hin qabnee fi addunyaa haaraa qajeelummaan keessa buufatu keessa hin jiraanne irra fagaachuu qabna.—2Ph 3:13.