Fulbaana 6-12
Keessa Deebii 33-34
Faarfannaa 150 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“‘Irree Yihowaa Isa Bara Baraa’ Jalatti Kooluu Galaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 34:6—Yihowaan iddoo awwaalchaa Musee kan dhokse maaliif taʼuu dandaʼa? (it-2-E 439 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 33:1-17 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kitaaba Qulqulluu—2Xi 3:16, 17 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 3)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Birooshuraa fi Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhaman Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Keetiif Baga Nagaan Dhufte jedhamu taphachiisi. Yeroo kan qabdu yoo taʼe, qabiyyee kitaaba haaraa taʼe kanaa ibsi. Hundi isaanii iyyuu dhuunfaadhaan ykn Waaqeffannaa Maatii irratti barumsa kitaaba haaraa kanaa hunda akka qoʼatan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 13 key. 7-14 fi saanduqa 13A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 18 fi Kadhannaa