Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Onkoloolessa 11-17

IYYAASUU 10-11

Onkoloolessa 11-17

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iya 10:13—Wanta “kitaaba Yaashaar” keessa jiru beekuun kan nu hin barbaachisne maaliifi? (w09 3/15 32 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 10:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU