Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera

Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera

Mootonni shan Gibeʼonii fi Israaʼel waraanuuf waltaʼiinsa uuman (Iya 10:5; it-1-E 50)

Yihowaan mootota waltaʼiinsa uuman sana loleera (Iya 10:10, 11; it-1-E 1020)

Yihowaan aduun bakkuma jirtutti akka dhaabbattu godheera (Iya 10:12-14; w04-AM 12/1 11 key. 1)

Yommuu ariʼatamni nu irra gaʼutti amanamoo taanee jiraachuuf gargaarsa Yihowaatti ni amanamna. Gargaarsa isaa yoo qabaanne, mootummaan ilmaan namootaa kami iyyuu akka isa hin waaqeffanne nu dhowwuu akka hin dandeenye beekna.