Onkoloolessa 18-24
IYYAASUU 12-14
Faarfannaa 69 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 12:7-24 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, barumsa 01 qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 20)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 01 qabxii 5ffaa (th qoʼannaa 18)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
“Yeroo Hunda Yihowaa Sammuutti Qabadhaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Hojjedhaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 4, boq. 15 key. 1-7 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 32 fi Kadhannaa