Onkoloolessa 25-31
IYYAASUU 15-17
Faarfannaa 146 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dhaala Keessan Isa Gatii Guddaa Qabuuf Eegumsa Godhaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iya 17:15, 18—Israaʼel ishiin durii bosona hedduu akka qabdu akkamitti beekna? (w15 7/15 32)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 15:1-12 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu walgaʼiiwwan keenya irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 19)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 4)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 01 qabxii 6ffaa fi kutaa “Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu” (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Addunyaa Gaariin Akka Dhihaate Misiraachoo Himaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Faarfannaa addaa Addunyaa Haaraan Dhufuuf Jedha jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 15 key. 8-14
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 34 fi Kadhannaa