Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Onkoloolessa 4-10

IYYAASUU 8-9

Onkoloolessa 4-10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 143

  • Gad of Qabaa (1Phe 5:5): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Pheexirosii fi Yohaannis qajeelfama Yesuus Ayyaana Faasikaa ilaalchisee kenne kan hordofan akkamitti? Yesuus galgala duʼuu isaa dura turetti waaʼee gad of qabuu maal barsiise? Pheexirosii fi Yohaannis barumsa kana akka fudhatan akkamitti beekna? Akka gad of qabnu karaawwan kamiin argisiisuu dandeenya?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 14 key. 15-20

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 59 fi Kadhannaa