BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Barumsa Seenaa Gibeʼonotaa Irraa Argannu
Gibeʼononni ogummaa akka qaban argisiisaniiru (Iya 9:3-6; it-1-E 930-931)
Jaarsoliin Israaʼel qajeelfama Yihowaa utuu hin gaafatin hafuun isaanii dogoggora ture (Iya 9:14, 15; w11 11/15 8 key. 14)
Gibeʼononni gad of qabuudhaan Israaʼelota tajaajilaniiru (Iya 9:25-27; w04-AM 10/15 18 key. 14)
Gibeʼononni Yihowaa duratti fudhatama argachuu waan barbaadaniif hojiiwwan akka gad aanaatti ilaalaman hojjetaniiru. Yeroo harʼaatti akka isaanii akka gad of qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?