Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

Duula Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Jalqabsiisuu (Fulbaana 1-30)

Gaaffii: Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuun ni dandaʼamaa?

Caqasa: Fr 37:29

Yeroo Itti Aanuuf: Waadaawwan Kitaaba Qulqulluu keessatti argaman akka dhugooman amanuu ni dandeenyaa?

Dhugaa Baʼuu

Gaaffii: Gorsa gaarii jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti nu gargaaru eessaa arganna?

Caqasa: 2Xi 3:16, 17

Yeroo Itti Aanuuf: Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhutti amanuu kan dandeenyu maaliifi?

Deddeebii Gaaffii

Gaaffii: Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhutti amanuu kan dandeenyu maaliifi?

Caqasa: Iyo 26:7

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kamfaatiif deebii kenna?