Fulbaana 19-25
1 MOOTOTA 13-14
Faarfannaa 21 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Wanta Qabnutti Gammaduu fi Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 14:13—Caqasni kun waaʼee Yihowaa maal nu barsiisa? (w10 10/1 9 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 13:1-10 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Duula qoʼannaa Kitaabaa Qulqulluu jalqabsiisuutiif maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 7)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu dhugaa baʼuu irratti jalqabame, barumsa 01ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun itti fufsiisi. (th qoʼannaa 9)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 07 qabxii 5 (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Rakkina Diinagdee Isin Mudatu Amanannaadhaan Dandamadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Mana Jabaatee Dhaabatu Ijaaraa—“Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa” jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 19 qabxii 5-6, maal baratte?, irra deebii fi galma
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 56 fi Kadhannaa