Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wanta Qabnutti Gammaduu fi Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?

Wanta Qabnutti Gammaduu fi Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?

Raajiin Yihowaa kennaawwan gatii guddaa qabanii fi Yeroboʼaam isaaf kenne fudhachuu dideera (1Mo 13:7-10; w08 8/15 8 key. 4)

Raajiin Yihowaa yeroo booda ajaja Yihowaan kallattiidhaan isaaf kenneef utuu hin ajajamin hafeera (1Mo 13:14-19; w08 8/15 11 key. 15)

Raajichi ajajamuu diduun isaa miidhaa guddaa isa irraan geessiseera (1Mo 13:20-22; w08 8/15 9 key. 10)

Waan qabnutti kan gammannuu fi murtoo yommuu goonutti qajeelfama Yihowaa kan barbaannu yoo taʼe, rakkoowwan hin eegamne hedduu irraa of eeguu dandeenya.—1Xi 6:8-10.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Wantoota jireenyaaf barbaachisoo taʼanii fi ani qabutti akkan gammadee jiraadhu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti? Yommuun murtoo godhutti akkan gad of qabu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’—Fak 3:5; 11:2.