Fulbaana 26–Onkoloolessa 2
1 MOOTOTA 15-16
Faarfannaa 73 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Aasaan Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhateera—Ati Hoo?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 16:34—Caqasni kun amantii dubbii raajii Yihowaa irratti qabnu kan nuuf cimsu akkamitti? (w98-AM 9/15 21-22)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 15:25–16:7 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Duula qoʼannaa Kitaabaa Qulqulluu jalqabsiisuutiif maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Duula qoʼannaa Kitaabaa Qulqulluu jalqabsiisuutiif maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 16)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 07 qabxii 6 (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Loltoota Kiristoos Ija Jabeeyyii Taʼan: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Fakkeenya Beenjaaminii fi Shurtii irraa maal barattan?
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 20
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa