Onkoloolessa 10-16
1 MOOTOTA 19-20
Faarfannaa 33 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 19:19-21—Tajaajila Yihowaa keessatti ramaddii haaraa fudhachuu ilaalchisee seenaan kun maal nu barsiisa? (w97-AM 11/1 31 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 19:1-14 (th qoʼannaa 12)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu—Iyo 26:7 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 18)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 07 qabxii 7 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Ilaalcha Gaarii Qabaadhaa Itti Fufaa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu ilaalcha gaarii qabaannee itti fufuuf nu gargaaran isaan kamfaʼi? Yihowaan Eeliyaasiin kan jajjabeesse akkamitti? Yihowaan kan nu jajjabeessuu fi kan nu kunuunsu akkamitti?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 22
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 57 fi Kadhannaa