Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akkaataa Yihowaan Aangoo Isaa Itti Fayyadamu Hordofaa

Akkaataa Yihowaan Aangoo Isaa Itti Fayyadamu Hordofaa

Aangoo hunda irra caalu kan qabu Yihowaa dha (1Mo 22:19; it-2-E 21)

Yihowaan warra isaaf bitamaniif ulfina kenna (1Mo 22:20-22; w21.02 4 key. 9)

Yihowaan hojii maleekaa tokko eebbiseera (1Mo 22:23; it-2-E 245)

Keessumaa jaarsoliin gumii fi mataawwan maatii akkaataa Yihowaan aangoo isaatti itti fayyadamu hordofuuf carraaquu qabu. (Efe 6:4; 1Ph 3:7; 5:2, 3) Akkas kan godhan taanaan warri aangoo isaanii jala jiran gammachuu ni qabaatu.