BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Mootota jedhamu taphachiisi.]
Eelsaaʼi yommuu Eeliyaas dinqii raawwatu ilaaleera (2Mo 2:8; w15 4/15 13 key. 15; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)
Eelsaaʼi gad of qabuudhaan leenjii gaarii argateetti fayyadameera (2Mo 2:13, 14; w15 4/15 13 key. 16)
Yihowaan gumii keessatti warra kaan akka leenjisaniif jaarsoliidhaaf itti gaafatamummaa kenneera. (2Xi 2:2) Jaarsi gumii tokko yoo si leenjisuu yaade fedhii qabaadhu, kan amanamtu taʼi, akkasumas gad of qabi.