Onkoloolessa 3-9
1 MOOTOTA 17-18
Faarfannaa 32 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Hamma Yoomiitti Yaada Lamaan Okkoltu?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 18:1—Yesuus hongeen bara Eeliyaas ture “waggaa sadii fi jiʼa jaʼaaf” akka ture kan dubbate maaliifi? (Luq 4:25; w08 7/1 27, saanduqa)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 18:36-46 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kitaaba Qulqulluu—2Xi 3:16, 17 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 12)
Haasaa: (Daq. 5) w14 2/15 14-15—Mata Duree: Amantii Dubartii Abbaan Manaa Irraa Duʼe Argisiiste Irraa Maal Baranna. (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 21
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 83 fi Kadhannaa