BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Hamma Yoomiitti Yaada Lamaan Okkoltu?”
Eeliyaas Israaʼelonni murtoo gochuu akka qaban ifa isaaniif godheera (1Mo 18:21; w17.03 14 key. 6)
Baʼaal waaqa dhugumaan jiru miti (1Mo 18:25-29; ia 102 key. 15)
Yihowaan karaa dinqisiisaa taʼeen waaqummaa isaa argisiiseera (1Mo 18:36-38; ia 104 key. 18)
Eeliyaas sabichi Seera Yihowaatiif ajajamuudhaan amantii akka qaban akka argisiisan isaanitti himeera. (Kes 13:5-10; 1Mo 18:40) Yeroo harʼaatti, ajajawwan Yihowaatiif akka gaariitti ajajamuudhaan amantii akka qabnuu fi namoota Waaqayyoof bulle akka taane argisiisna.