Fulbaana 11-17
ASTEER 3-5
Faarfannaa 85 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Warri Kaan Wanta Isaaniif Dandaʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
As 4:12-16—Akkuma Asteerii fi Mordekaay mirga waaqeffannaa keenya kabachiisuuf falmuu kan dandeenyu akkamitti? (kr 181 key. 14)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) As 3:1-12 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Mootummaa—Mat 14:19, 20 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii, gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii, kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 16)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 12 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 15)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Michuu Yihowaa Taʼi—Asteer Ija Jabina Argisiisteetti: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis kan dandaʼamu taanaan ijoollee filadhuutii akkana jedhii isaan gaafadhu: Akkuma Asteer karaawwan kamiin ija jabina argisiisuu barbaaddu?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 57
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 125 fi Kadhannaa