BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Warri Kaan Wanta Isaaniif Dandaʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa
Mordekaay ija jabeessaa fi Yihowaadhaaf amanamaa ture (As 3:2-4; it-2-E 431 key. 7)
Mordekaay Asteer saba ishii deggeruuf wanta ishiidhaaf dandaʼame hunda akka gootu ishii gargaareera (As 4:7, 8; it-2-E 431 key. 9)
Asteer ija jabeettii akka taatuu fi Yihowaatti akka amanamtu ishii jajjabeesseera (As 4:12-14; ia 153-154 key. 22-23)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dubbiin koo fi gochi koo obboloonni gumii keessa jiran wanta isaaniif dandaʼame hunda akka godhan kan gargaarudha?’