BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haasaʼuu Ilaalchisee Argannu
Asteer dubbachuudhaaf yeroo sirrii taʼe obsaan eeggatteetti (As 7:2; ia 161 key. 15-16)
Malaa fi kabajaan dubbatteetti (As 7:3; ia 162 key. 17)
Iftoominaan kan dubbattuu fi amanamtuu turte (As 7:4; ia 162-163 key. 18-19)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yeroon miseensota maatii koo wajjin dubbadhutti, fakkeenya Asteer hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?’