Fulbaana 25–Onkoloolessa 1
ASTEER 9-10
Faarfannaa 102 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Aangoo Isaatti Fayyadamuudhaan Saba Isaa Gargaareera”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
As 9:15, 16—Yihudoonni boojuu tokkollee kan hin fudhanne maaliifi? (w06-AM 3/1 11 key. 4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) As 9:1-14 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 13)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 12 seensa Caalaatti Baradhuu fi qabxii 4 (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Tiksitoota Wanta Saba Yihowaa Fayyadu Hojjetan”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 59 qabxii 1-5
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 55 fi Kadhannaa