Fulbaana 4-10
ASTEER 1-2
Faarfannaa 137 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
As 2:5—Ragaan, seenaa Kitaaba Qulqulluu waaʼee Mordekaay dubbatu deggeru isa kam taʼuu dandaʼa? (w22.11 31 key. 3-6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) As 1:13-22 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Mootummaa—Mat 6:9, 10 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii, gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 1)
Haasaa: (Daq. 5) w20.11 12-14 key. 3-7—Mata Duree: Gargaarsa Yesuusii fi Maleekota Irraa Argamu. (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Waaʼee Dhaabbii Toluu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Waaʼee qaama keenyaa ilaalcha sirrii qabaachuun ulfaataa kan taʼe maaliifi?
Dhugaan buʼuuraa 1 Pheexiros 3:3, 4 irratti argamu waaʼee ofii keenyaa ilaalcha sirrii qabaachuuf kan nu gargaaru akkamitti?
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 56, ibsa dabalataa 6 fi 7
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 101 fi Kadhannaa