Onkoloolessa 16-22
IYYOOB 6-7
Faarfannaa 33 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yeroo Jireenyi Humna Keetii Ol Akka Taʼe Sitti Dhagaʼamutti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 6:29—Obboloota keenya karaa dogoggora taʼeen hubachuu irraa of qusachuuf maaltu nu gargaara? (w20.04 16 key. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 6:1-21 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 7)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 11)
Haasaa: (Daq. 5) w22.01 12-13 key. 15-18—Mata Duree: Akkuma Yaaqoob Barsiisota Buʼa Qabeeyyii Taʼaa—Fakkeenyota Buʼa Qabeeyyii Taʼanitti Fayyadamaa. (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Warra Hafuurri Isaanii Caccabe ni Oolcha”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff irra deebii kutaa 4ffaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 143 fi Kadhannaa