Onkoloolessa 23-29
IYYOOB 8-10
Faarfannaa 107 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 9:32—Yaanni Kitaaba Qulqulluu irraa dubbisne tokko yoo nuu galuu baate maal gochuu qabna? (w10 10/15 6-7 key. 19-20)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 9:20-35 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 17)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, kutaa “Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu Kanneen Irraa Caalaatti Fayyadamuu kan Dandeessu Akkamitti?” jedhu gabaabsaa mariʼadhaa. (th qoʼannaa 3)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 16, qabxii 6 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Namoonni Amantaa hin Qabne Uumaa Isaanii Akka Beekan Gargaaraa”: (Daq. 10) Maree fi viidiyoo.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt “Xalayaa Qaama Olaanaa Irraa Ergame” fi boq. 1 key. 1-7
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 64 fi Kadhannaa