BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Karaawwan Ogummaa Argachuu fi Irraa Fayyadamuu Itti Dandeenyu Sadii
Uumama ilaaluu (Iyo 12:7-9; w09 4/15 6 key. 17)
Kiristiyaanota amanamoo michoota godhachuu (Iyo 12:12; w21.06 10 -11 key. 10-12)
Ulaagaalee Waaqayyoo barachuu fi jireenya keenya keessatti hojii irra oolchuu (Iyo 12:16; it-2-E 1190 key. 2)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Kiristiyaanota amanamoo wajjin yeroo dabarsuudhaan maalan baradhe?’