Onkoloolessa 9-15
IYYOOB 4-5
Faarfannaa 121 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Odeeffannoo Sobaa Irraa Of Eeggadhaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 4:4—Iyyoob Kiristiyaanota yeroo harʼaa jiraniif fakkeenya akkamii taʼa? (w03-AM 5/15 22 key. 5-6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 5:1-27 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. JW.ORG irraa odeeffannoo tokko akkamitti argachuun akka dandaʼamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 16 qabxii 5 (th qoʼannaa 16)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 60
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 38 fi Kadhannaa