BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Odeeffannoo Sobaa Irraa Of Eeggadhaa
Eliifaaz maanguddoo fi ogeessa waan tureef wanti inni dubbatu sirrii fakkaachuu dandaʼa (Iyo 4:1; it-1-E 713 key. 11)
Yaadawwan abdii nama kutachiisan Iyyoobitti akka dubbatuuf jinniiwwan dhiibbaa isa irratti godhaniiru (Iyo 4:14-16; w05-AM 9/15 26 key. 2)
Wanti Eliifaaz dubbate dhugaa taʼus, karaa dogoggora taʼeen itti fayyadame (Iyo 4:19; w10 2/15 19 key. 5-6)
Addunyaan Seexanaa odeeffannoo dogoggoraa miidhaa geessisu babalʼisuu isaa itti fufeera.
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Odeeffannoo argadhu tokko yeroo fudhadhee dhugaa taʼuu isaa nan mirkaneeffadhaa?’—mrt 32 key. 13-17.