Onkoloolessa 14-20
FAARFANNAA 96-99
Faarfannaa 66 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. “Misiraachoo . . . Labsaa”!
(Daq. 10)
Misiraachicha warra kaanitti himaa (Fr 96:2; w11-AM 3/1 6 key. 1-2)
Misiraachoo waaʼee guyyaa murtii ibsu isaan barsiisaa (Fr 96:12, 13; w12 10/1 28 key. 1)
Kaayyoo Yihowaan lafa namoota maqaasaa jajataniin guutuuf qabu isaan barsiisaa (Fr 99:1-3; w12 9/15 12 key. 18-19)
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
Fr 96:1—Yaanni “faarfannaa haaraa” jedhu iddoo baayʼeetti maal argisiisuuf gale? (it-2-E 994)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fr 98:1–99:9 (th qoʼannaa 11)
4. Kutannoo Qabaadhu—Yesuus Maal Godhe?
(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis lmd barumsa 10 qabxii 1-2rratti mariʼadhaa.
5. Kutannoo Qabaadhu—Fakkeenya Yesuus Hordofi
(Daq. 8) lmd barumsa 10 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 9
6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 16 key. 10-18