BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Guraandhala 2016
Ittiin Lixa
Yaada Dammaqaa! fi birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu kennuuf gargaaru. Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf fakkeenya kennametti fayyadami.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Nahimiyaan Waaqeffannaa Dhugaa Ni Jaallata Ture
Carraaqqii cimaa Nahimiyaan dallaa Yerusaalem deebisee ijaaruu fi waaqeffannaa dhugaa babalʼisuuf godhe hubadhu. (Nahimiyaa 1-4)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture
Nahimiyaan Israaʼeloonni waaqeffannaa dhugaatti akka gammadan isaan gargaareera. Haala Dh.K.D. bara 455 jiʼa Tiishiriitti ture yaadaan ilaaluuf fakkichatti fayyadami. (Nahimiyaa 8:1-18)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Waaqeffattoonni Amanamoon Qophiiwwan Tiʼookraasii ni Deggeru
Bara Nahimiyaatti sabni Yihowaa karaa adda addaatiin fedhiidhaan waaqeffannaa dhugaa deggeraniiru. (Nahimiyaa 9-11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Jireenya Hunda Irra Wayyu
Dargaggoonni jaarmiyaa Yihowaa keessa jiran filannoowwan jireenya gammachiisaa jiraachuuf isaan gargaaran hedduu qabu. Gaaffiiwwanitti fayyadamuudhaan viidiyoo kana irratti mariʼadhaa.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Barumsa Nahimiyaa Irraa Argannu
Hinaaffaa Nahimiyaan waaqeffannaa dhugaa eeguuf qabu yaadaan ilaali. (Nahimiyaa 12-13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Namoota Naannoo Tajaajilaa Keessan Keessa Jiran Hunda Ayyaana Yaadannootiif Afeeraa!
Ittiin lixa waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo 2016. Wantoota namoota fedhii argisiisan gargaaruuf gochuu dandeessu.
TREASURES FROM GOD’S WORD
Asteer Saba Waaqayyootiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti
Ija jabina guddaa saba Yihowaa eeguuf fudhate yaadaan ilaali. (Asteer 1-5)