Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | NAHIMIYAA 1-4

Nahimiyaan Waaqeffannaa Dhugaa Ni Jaallata Ture

Nahimiyaan Waaqeffannaa Dhugaa Ni Jaallata Ture

DH.K.D. 455

  1. NIISAAN (Bit./Ebla)

    2:4-6 Nahimiyaan Yerusaalem ishii bara isaatti wiirtuu waaqeffannaa dhugaa turte deebisee ijaaruuf heyyama gaafate

  2. IYAAR

  3. SHIWAA

  4. TAMUZ (Wax./Ado.)

    2:11-15 Nahimiyaan dhufee dallaa magaalattii naannaʼee kan ilaale yeroo kanatti taʼuu hin oolu

  5. AAB (Ado./Hag.)

    3:1; 4:7-9 Mormiin jiraatus ijaarsi ni jalqabame

  6. ELUL (Hag./Fulb.)

    6:15 Guyyoota 52 booda dallichi ijaaramee xumurame

  7. TIISHIRII