Guraandhala 15-21
Nahimiyaa 9-11
Faarfannaa 25 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqeffattoonni Amanamoon Qophiiwwan Tiʼookraasii Ni Deggeru”: (Daq. 10)
Nah 10:28-30—‘Saba naannoo sana jiranii’ wajjin gaaʼela akka hin godhanne walii galan (w98-AM 10/15 21 key. 11)
Nah 10:32-39—Kara adda addaatiin waaqeffannaa dhugaa deggeruuf murteessan (w98-AM 10/15 21 key. 11-12)
Nah 11:1, 2—Qophii tiʼookraasii adda taʼe fedhiidhaan deggeran (w06-AM 2/1 11 key. 6; w98-AM 10/15 22 key. 13)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Nah 9:19-21—Yihowaan saba isaatiif wanta barbaachisu akka gaariitti akka dhiheessu kan mirkaneesse akkamitti? (w13 9/15 9 key. 9-10)
Nah 9:6-38—Kadhannaa ilaalchisee Lewwoonni fakkeenya gaarii akkamii nuuf taʼu? (w13 10/15 22-23 key. 6-7)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Nah 11:15-36 (Daq. 4 ykn isaa gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Mata duree Dammaqaa! dhiheenyatti baʼee irra jiruu fi “Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu—Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?” jedhu itti argisiisuudhaan kenni. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Nama Dammaqaa! dhiheenyatti baʼe irraa mata duree “Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu—Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti” jedhuun yommuu haasofsiisame fedhii argisiiseef deddeebiin gaaffii yommuu godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) Yommuu qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu geggeeffamu hojiin argisiisaan dhiheessi. (bh 32-33 key. 13-14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 19
“Jireenya Hunda Irra Wayyu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo taphachiisuudhaan jalqabi. Achiis gaaffiiwwan irratti mariʼadhaa. Babalʼisaa qeentee taʼe ykn gaaʼela godhatee fi qeentee taʼuudhaan waggoota hedduudhaaf Yihowaa tajaajileef itti fayyadameef gaafannoo gabaabaa godhi. (1Qor 7:35) Kana gochuu isaatiin eebba akkamii argate?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 18 key. 1-9 (Daq. 30)
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 17 fi Kadhannaa