Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | NAHIMIYAA 12-13

Barumsa Nahimiyaa Irraa Argannu

Barumsa Nahimiyaa Irraa Argannu

Nahimiyaan waaqeffannaa dhugaa hinaaffaadhaan eegeera

13:4-9, 15-21, 23-27

  • Eliyaashiib Angafni Lubaa, Xobiiyaa inni gantuu fi mormituu taʼe dhiibbaa akka isa irratti godhu heyyame

  • Eliyaashiib Xobiiyaadhaaf mana qulqullummaa keessaa kutaa kuusaa kenneef

  • Nahimiyaan miʼa manaa Xobiiyaa hunda gad daddarbatee kuticha qulqulleessuudhaan sirriitti faayidaa irra akka oolu godhe

  • Nahimiyaan wantoota qulqulluu hin taane hunda Yerusaalem keessaa balleessuu isaa itti fufe