Guraandhala 8-14
Nahimiyaa 5-8
Faarfannaa 42 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture”: (Daq. 10)
Nah 5:1-7—Nahimiyaan wanta namoonni jedhan dhagaʼee tarkaanfii fudhateera (w06-AM 2/1 9 key. 2)
Nah 5:14-19—Nahimiyaan nama gad of qabu, ofittoo kan hin taanee fi hubataa taʼuu isaa argisiiseera (w06-AM 2/1 10 key. 3)
Nah 8:8-12—Nahimiyaan sabicha barumsa hafuuraa barsiisuu irratti hirmaateera (w06-AM 2/1 11 key. 4)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Nah 6:5—Sanbalaax “caaffata hin cufamin” Nahimiyaatti kan erge maaliifi? (w06-AM 2/1 9 key. 3)
Nah 6:10-13—Nahimiyaan gorsa Shemaaʼiyaa utuu hin fudhatin kan hafe maaliifi? (w07 7/1 31 key. 15)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Nah 6:14–7:7 (Daq. 4 ykn isaa gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Mata duree fuula jalqabaa Dammaqaa! dhiheenyatti baʼee fayyadamuudhaan kenni. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Nama fuula jalqabaa Dammaqaatiin! yommuu haasofsiisame fedhii argisiiseef deddeebiin gaaffii yommuu godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) Yommuu qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu geggeeffamu hojiin argisiisaan dhiheessi. (bh 28-29 key. 4-5)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 31
‘Carraaqqii’ Gochaa Jirtaa?: (Daq. 15) Haasaa Masaraa Eegumsaa Fulbaana 15, 2014, fuula 3-6 irratti hundaaʼee jaarsa gumiidhaan dhihaatu. Viidiyoo Obbolootaa, Hojii Gaariidhaaf Carraaqqii Godhaa! jedhuu fi JW Biroodkaastiingii Muddee 2015 irratti baʼe taphachiisi. Sababii sirrii obboleessi tokko carraaqqii gochuu itti qabuu fi akkamitti kana gochuu akka dandaʼu ibsi. Obboloonni tajaajilaa ykn jaarsa gumii taʼuuf gaʼumsa qabaachuuf carraaqqii akka godhan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 17 key. 16-20, saanduqa ful. 211 (Daq. 30)
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 3 fi Kadhannaa