Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | NAHIMIYAA 5-8

Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture

Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture

Tiishirii Dh.K.D. 455

8:1-18

  1. Nahimiyaan waaqeffannaa dhugaatiif akka walitti qabaman qajeelfama kan kenne yeroo kanatti taʼuu hin oolu

  2. Sababii kanaan Gammachuu guddaatu taʼe

  3. Mataawwan maatii akkamitti Seera Waaqayyoo guutummaatti hordofuu akka dandaʼan hubachuuf walitti qabaman

  4. Namoonni Ayyaana Gordommaa isa gammachiisaa taʼe kabajuuf qophaaʼan