Kaamboodiyaatti dhugaa barsiisuu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Guraandhala 2018

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree gaaffii irratti hundaaʼe: Kitaabni Qulqulluun bara keenyaaf ni fayyadaa? Kitaabni Qulqulluun saayinsii wajjin wal simaa? Gorsi isaa hoo buʼa qabeessa dhaa?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Fakkeenya Waaʼee Qamadii fi Inkirdaadaa Dubbatu

Yesuus fakkeenya qamadichaa fi inkirdaadichaa kan dubbate maal ibsuu barbaadee ti? Inni sanyii facaasu, diinni, akkasumas warri midhaanicha haaman eenyufaʼi?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban

Yesuus barumsa hafuuraa ulfaataa taʼe barsiisuuf fakkeenyota salphaatti fayyadameera. Maatewos boqonnaa 13 irraa maal barachuu dandeenya?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Namoota Muraasatti Fayyadamanii Namoota Hedduu Sooruu

Yesuus barattoonni isaa daabboo shanii fi qurxummii lama qofa kan qaban taʼus, namoota hedduu akka sooran isaan ajaje. Wanti taʼe kun nuuf hiika maalii qaba?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Abbaa Kee fi Haadha Keef Ulfina Kenni!”

Yesuus ajaja “Abbaa kee fi haadha keef ulfina kenni!” jedhu addeesseera.’ Ajajni warra keenyaaf ulfina akka kenninu kenname yeroon kan itti darbu dhaa?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ilaalcha Eenyuutu Dhiibbaa Isin Irratti Gochaa Jira?

Fedha Seexanaatiin utuu hin taʼin fedha Waaqayyootiin geggeeffamuuf maal gochuu qabna? Yesuus wanta ilaalcha dogoggoraa irraa fagaachuuf nu gargaaru sadii ibseera.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Gaaffiiwwanitti Akka Gaariitti Fayyadamuu

Yesuus dhaggeeffattoota isaa barsiisuuf gaaffiiwwanitti akka gaariitti fayyadameera. Tajaajila keenya irratti fakkeenya isaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ofis Taʼe Namoota Kaan Gufachiisuu Irraa Of Qusadhaa

Yesuus nama gufachiisuunis taʼe ofii gufachuun cimaa akka taʼe barsiisuuf fakkeenyatti fayyadameera. Wanti gufannaadhaaf sababii sitti taʼuu dandaʼu maali dha?