Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 12-18

MAATEWOS 14-15

Guraandhala 12-18
  • Faarfannaa 93 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Namoota Muraasatti Fayyadamanii Namoota Hedduu Sooruu”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 15:7-9—Fakkeessitummaa irraa fagaachuu kan qabnu maaliifi? (“fakkeessitoota nana” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 15:7)

    • Mat 15:26—Yesuus “buchulloota” yommuu jedhu maal jechuu barbaadee ti? (“ijoollee . . . buchulloota” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 15:26)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 15:1-20

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii JalqabaaViidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w15 9/15 16-17 key. 14-17—Mata Duree: Amantii Kee Jabeessuuf Yesuus Irratti Xiyyeeffadhu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU