Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 19-25

MAATEWOS 16-17

Guraandhala 19-25
  • Faarfannaa 45 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Ilaalcha Eenyuutu Dhiibbaa Isin Irratti Gochaa Jira?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 16:18—Qarsaan Yesuus gumii Kiristiyaanaa irratti hundeessu eenyu dha? (“ati Pheexirosi . . . qarsaa kana,” “gumii” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 16:18)

    • Mat 16:19—“Furtuuwwan Mootummaa samii” Yesuus Pheexirosiif kenne maali dha? (“furtuuwwan Mootummaa samii” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 16:19)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 16:1-20

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU