Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 16-17

Ilaalcha Eenyuutu Dhiibbaa Isin Irratti Gochaa Jira?

Ilaalcha Eenyuutu Dhiibbaa Isin Irratti Gochaa Jira?

16:21-23

  • Pheexiros yaada gaariidhaan kakaʼee kan dubbate taʼus, Yesuus ilaalcha Pheexiros isa dogoggora taʼe yeruma sana sirreesseera

  • Yesuus yeroon isaa yeroo ‘garaa ofitti jabaachuu’ hin qabne akka hin taane beeka ture. Yeroo rakkisaa akkasiitti of eeggannoo isaa laaffisuun isaa wanta Seexanni Yesuus akka godhu guutumaa guutuutti barbaadu ture

16:24

Yesuus fedhiin Waaqayyoo akka nu qajeelchu heyyamuuf wantoota gochuu qabnu sadii ibseera. Kunneen maalfaa gochuu dabalatu?

  • Of ganuu:

  • Muka dhiphinaa keenya baachuu:

  • Yeroo hunda Yesuus duukaa buʼuu: