Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 26–Bitootessa 4

MAATEWOS 18-19

Guraandhala 26–Bitootessa 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Ofis Taʼe Namoota Kaan Gufachiisuu Irraa Of Qusadhaa”: (Daq. 10)

    • Mat 18:6, 7—Namoota kaan gufachiisuu hin qabnu (“dhagaan daakuu,” “wanta gufachiisu” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa “dhagaan daakuu,” “Dhagaa Daakuu Guddaa fi Dhagaa Daakuu Xinnoo” nwtsty miidiyaa Mat 18:6, 7)

    • Mat 18:8, 9—Wanta nu gufachiisu kam irraa iyyuu fagaachuu qabna (“Gahaannam” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 18:9 fi jibsoo)

    • Mat 18:10—Yihowaan warra kaan yoo gufachiisne ni beeka (“fuula Abbaa koo isa samii waan ilaalaniif” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 18:10; w10 11/1 16)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 18:21, 22—Obboloota keenyaaf siʼa meeqa dhiifama gochuuf fedhii qabaachuu qabna? (“siʼa 77” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 18:22)

    • Mat 19:7—‘Waraqaan ragaa ittiin hiikan’ kan kennamu maaliifi? (“Waraqaa Ragaa Ittiin hiiku” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa fi “Waraqaa Ragaa Ittiin Ishii Hiiku” nwtsty miidiyaa Mat 19:7)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 18:18-35

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa kee filadhu, barreeffama qoʼannaa kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 26 key. 18-20—Akkamitti gara baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 90

  • Matumaa Gufannaadhaaf Sababa hin Taʼinaa (2Qo 6:3): (Daq. 9) Viidiyicha taphachiisi.

  • Duulli Ayyaana Yaadannoo Bitootessa 3 jalqaba: (Daq. 6) Haasaa Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Guraandhala 2016 fuula 8 mata duree “Namoota Naannoo Tajaajilaa Keessan Keessa Jiran Hunda Ayyaana Yaadannootiif Afeeraa!” jedhu irratti hundaaʼee dhihaatu. Waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo dhaggeeffattoota hundaaf akka hiramu godhi; qabiyyee isaa irratti mariʼadhaa. Haasaan sabaa addaa mata dureen isaa “Yesuus Kiristoos Dhugumaan Eenyu?” jedhu torban Bitootessa 19, 2018 jalqabutti dhihaata. Kun Ayyaana Yaadannoo irratti argamuuf hawwiin keenya akka dabalu godha. Karoora gumichi naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf baase beeksisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 19 key. 8-18, saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 91 fi Kadhannaa