Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban

Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban

Yesuus barumsa hafuuraa ulfaataa taʼe barsiisuuf fakkeenyota salphaa taʼanitti fayyadameera. Haa taʼu malee, wanta inni barsiise kan hubatanii fi kan hojii irra oolchan namoota gad of qaban qofa dha. (Mat 13:10-15) Tokkoon tokkoo fakkeenyota Mootummichaa fi gaaffiiwwan kana deebisuuf yaalaa: Fakkeenya, kana irraa fayyadamuu kanan dandaʼu akkamitti? Jireenya koo irratti hoo jijjiirama akkamii fiduu qaba?

MOOTUMMAAN SAMII WANTOOTA ARMAAN GADIITTI FAKKEEFFAMEERA