Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Kitaabni Qulqulluun bara keenyaaf ni fayyadaa?

Caqasa: 2Xi 3:16

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun saayinsii wajjin wal simaa?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Kitaabni Qulqulluun saayinsii wajjin wal simaa?

Caqasa: Iyo 26:7

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun bara keenyaaf ni fayyadaa?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Gorsi Kitaabni Qulqulluun kennu buʼa qabeessa dhaa?

Caqasa: Fak 14:30

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun waaʼee gara fuulduraa raajii sirrii dubbataa?