Siwiizarlaandi keessatti obboleessi tokko uumama Yihowaa ilaaluudhaan gammadaa jira

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Guraandhala 2019

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi Kitaabni Qulqulluun faayidaa kan qabu taʼuu isaa ibsu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Qalbii Keessan Leenjisuu Keessan Itti Fufaa

Qalbii keenya qajeelfama Kitaaba Qulqulluutiin yoo leenjisne sirriitti nu fayyaduu dandaʼa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Amalawwan Waaqayyoo Warra Ijaan hin Argamne ni Hubattaa?

Uumamawwan naannoo keenya jiran humna, jaalala, ogummaa, haqaa fi arjummaa Yihowaa mulʼisu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Waaqayyo . . . Jaalala Nuuf Qabu Argisiiseera”

Dinqisiifannaa furichaaf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Hawwii Guddaadhaan Eeggachaa Jirtuu?’

‘Mulʼachuu ijoollee Waaqayyoo hawwii guddaadhaan eeggachaa akka jirtan’ argisiisuu kan dandeessan akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jabaattanii Dhaabachuudhaan Hawwii Guddaadhaan Eeggachuu Keessan Itti Fufaa

Haala rakkisaa akkamii keessatti kan argamnu taʼu illee hawwiidhaan eeggachuuf maaltu nu gargaaruu dandaʼa?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Fakkeenya Waaʼee Muka Ejersaa Dubbatame

Wantoonni fakkeenya waaʼee muka ejersaa keessatti ibsaman adda addaa maal bakka buʼu?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barattoota Kitaaba Qulqulluu Guddina hin Argisiisne Qoʼachiisuu Dhiisuu

Barataan Kitaaba Qulqulluu tokko yeroo gaʼaa erga isaaf kennee booda illee yoo guddina argisiisuu baate maal gochuu qabna?