Guraandhala 18-24
ROOMAA 7-8
Faarfannaa 27 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Hawwii Guddaadhaan Eeggachaa Jirtuu?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Rom 8:6—“Yaadni ofii foon irratti akka xiyyeeffatu gochuu” fi “yaadni ofii hafuura irratti akka xiyyeeffatu gochuun” garaa garummaa maalii qaba? (w17.06 3)
Rom 8:26, 27—“Yommuu jechaan ibsuu dadhabnee aadnu” Yihowaan kan nu gargaaru akkamitti? (w09 11/15 7 key. 20)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 7:13-25 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jabaattanii Dhaabachuudhaan Hawwii Guddaadhaan Eeggachuu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhiʼaatu. Viidiyoo ‘Jabinaan Fiiguu’ Qabna—Badhaasicha Akka Argattan Mirkanaaʼoo Taʼaa .
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 37
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 3 fi Kadhannaa