Hagayya 13-19
LUQAAS 19-20
Faarfannaa 84 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fakkeenya Waaʼee Miinaa Kudhan Dubbatame Irraa Baradhaa”: (Daq. 10)
Luq 19:12, 13—“Namichi sanyii mootii taʼe tokko” garboonni isaa hamma inni deebiʼutti akka daldalan isaanitti hime (jy 232 key. 2-4)
Luq 19:16-19—Garboonni amanamoon sun dandeettii adda addaa kan qaban taʼus, lamaan isaanii iyyuu badhaasa argataniiru (jy 232 key. 7)
Luq 19:20-24—Garbichi inni hamaan hojii isaaf kenname utuu hin raawwatin waan hafeef, kasaaraan isa irra gaʼeera (jy 233 key. 1)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Luq 19:43—Wanti Yesuus dubbatu kun kan raawwatame akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Luq 20:38—Wanti Yesuus as irratti dubbate amanannaa abdii duʼaa kaʼuu irratti qabnu kan nuuf cimsu akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 19:11-27
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w14 8/15 29-30—Mata Duree: Yesuus Luqaas 20:34-36 Irratti Waaʼee Namoota Lafa Irra Jiraachuuf Duʼaa Kaʼanii Dubbachaa Turee?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—JW.ORGitti Fayyadamuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 14
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 79 fi Kadhannaa