Hagayya 20-26
LUQAAS 21-22
Faarfannaa 27 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fayyinni Keessan Dhihaateera”: (Daq. 10)
Luq 21:25—Yeroo rakkina guddaatti wantoonni nama sodaachisan ni raawwatamu (kr 254 key. 9)
Luq 21:26—Diinonni Yihowaa gar malee ni sodaatu
Luq 21:27, 28—Dhufaatiin Yesuus namoota amanamoo taʼaniif fayyina argamsiisa (w16.01 10-11 key. 17; w15 7/15 17-18 key. 13)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Luq 21:33—Wanta Yesuus caqasa kana irratti dubbate akkamitti hubachuu dandeenya? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)
Luq 22:28-30—Yesuus kakuu akkamii gale? Kan gale hoo eenyuu wajjini? Kakuun kun maal raawwata? (w14 10/15 16-17 key. 15-16)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 22:35-53
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu sun yeroo hojiidhaan qabamee jirutti akkamitti deebii akka kennitu argisiisi.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 15
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 74 fi Kadhannaa