Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 21-22

“Fayyinni Keessan Dhihaateera”

“Fayyinni Keessan Dhihaateera”

21:25-28

Yesuus dhiheenyatti namoota hamoo balleessuu fi warra kaan immoo fayyisuuf ni dhufa. Kanaaf, fayyina keenya mirkaneeffachuuf karaa hafuuraa qophaaʼoo taʼuu qabna.