Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Hagayya 27–Fulbaana 2

LUQAAS 23-24

Hagayya 27–Fulbaana 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Warra Kaaniif Dhiifama Gochuuf Qophaaʼoo Taʼaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 23:31—Yesuus caqasa kana irratti kan dubbate waaʼee maalii taʼuu dandaʼa? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 23:33—Bara duriitti namoota muka irratti fannisuuf misimaaratti fayyadamaa akka turan ragaa arkiʼooloojii argisiisu akkamiitu jira? (nwtsty-AM miidiyaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 23:1-16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama nama haasofsiifamu sanaaf taʼuu fi Meshaalee Bariisuuf Itti Fayyadamnu keessatti argamu tokko kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, akkasumas barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 4 key. 3-4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU