Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 23-24

Warra Kaaniif Dhiifama Gochuuf Qophaaʼoo Taʼaa

Warra Kaaniif Dhiifama Gochuuf Qophaaʼoo Taʼaa

24:34

Ani hoo eenyuuf dhiifama gochuun qaba?

‘Dhiifama gochuuf qophaaʼoo taʼuu’ jechuun maal jechuu dha? (Far 86:5NW) Yihowaanii fi Ilmi isaa, ilmaan namootaatiif dhiifama gochuuf jecha karaa taʼe tokkoon qalbii jijjiirrachuu isaanii ilaalu.