Kan Galateeffattu Taʼi
Galateeffachuu ilaalchisee seenaa kana irraa maal baranna?
-
Garaa keenya keessatti qofa utuu hin taʼin, afaan keenyaanis galateeffannaa keenya ibsuu qabna
-
Dinqisiifannaan garaadhaa madde, mallattoo amala gaarii akka qabnu argisiisu qofa utuu hin taʼin, jaalala Kiristiyaanummaa qabaachuu keenyaafis ragaa taʼa
-
Namoonni Kiristoosiin gammachiisuu barbaadan, lammiin, sanyiin ykn amantiin namootaa maal iyyuu yoo taʼe nama hunda ni jaallatu, akkasumas ni dinqisiifatu