Ostiriyaa, Veeyinaa keessatti intarkoomiitti fayyadamanii yommuu lallaban

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Hagayya 2016

Ittiin Lixa

Ittiin lixa barruu Dammaqaa! fi birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamuu. Fakkeenya kennametti fayyadamii ittiin lixa mataa kee qopheessi.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Golgaa Isa Hundumaa Gararraa Keessa Jiraadhaa

“Golgaa” Yihowaa kan jedhame maali dha? Eegumsa kan argamsiisu hoo akkamitti? (Faarfannaa 91)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Akka Of Murteessanii fi Akka Cuuphaman Gargaaruu

Galmawwan hafuuraa kun baayʼee barbaachisaa kan taʼan maaliifi? Barattoonni kee galmawwan kana irra gaʼuu akka dandaʼaniif maal gochuu dandeessa?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Dulluma Keessa Karaa Hafuuraa ni Lalisuu

Faarfannaan 92 qajeelonni bara dullumaa isaanittis lalisuu fi karaa hafuuraa ija godhachuu akka dandaʼan ibsa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Biyyoo Taʼuu Keenya ni Yaadata

Faarfannaa 103 irratti, Daawit gaarummaan Yihowaa hangam guddaa akka taʼe ibsuuf fakkeenyatti fayyadameera.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Yihowaadhaaf Galata Galchaa!’

Faarfannaan 106 amala galateeffannaa horachuu fi qabaannee itti fufuuf nu gargaaruu dandaʼa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Ani Waaqayyoof Maalan Deebisa?”

Faarfatichi Yihowaa galateeffachuu isaa akkamitti argisiisuuf kutate? (Faarfannaa 116)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dhugaa Barsiisaa

Ittiin lixa haaraa kanatti fayyadamuudhaan dhugaa buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu namoota barsiisaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Duula Addaa Fulbaanatti Masaraa Eegumsaa Raabsuuf Godhamu

Masaraan Eegumsaa kun waaʼee jajjabinaa fi Waaqayyo akkamitti jajjabina akka kennu ibsa.